Wonti hunduu Addunyaa Gubbaati guutee hin guutu

Dhiironni Haadha manaa argachuu kan dadhaban sababoota 15niini jedhu
Dubartoonni baay’een immoo dhaabbatanii eegdota kan ta’aniif sababoota kanneeniini jedhu

1.Bareedduu yoo taate 👉 Bilchinni yaadaa zeeroodha.

2.Hubannoo kan qabdu yoo taate 👉 fuula guurtuu taati. ( Yabbuu namarra buufatti)

  1. Soorettii (qabeenya kan qabdu) yoo taate 👉 sin kabajju!
  2. Hojjattuu cimtuu yoo taate 👉 Siif yeroo hin qabdu!
  3. Kan fuula namatti hin kennine yoo taate 👉 Ulaagaa isheetu baay’ata.
  4. Garraamii (gara laafettii) yoo taate 👉 Onneen ishee Dhiira biraatiin miidhameera.
  5. Itti gaafatamummaan kan itti dhaga’amu yoo taate 👉 Jaalalaaf dhimma hin qabdu!

8.Baay’ee barattee beekumsa kan qabdu yoo taate 👉 Yeroo hunda “Anatu sirriidha” siin jetti.

  1. Kan hin baranne yoo taate 👉 Yeroo ati sirreessitu Siin lolti, siin ooddi!
  2. Haxxee (Abshaala) yoo taate 👉 lafuma duwwaa kanarratti si sobdi
  3. Baay’ee amala qabeettii yoo taate 👉 dhibooftuu sitti taati!
  4. Fungaa yoo taate 👉 nyaata yeroo hojjattu Mi’eessituu itti baay’istee baasii guddaaf ai saaxilti 😂
  5. Daldaltuu yoo taate 👉 Haadha manaa si godhattww Abbaa warraa sitti taati.
  6. Mucaa manaa yoo taate 👉 Si jalaa baanaan hin deebitu.
  7. Araadaa yoo taate 👉 Sirratti baalagoomti 🙈

Yaadni kun sirriidhamoo sirrii miti kan jedhu isinumti keessoon fixadhaa!

Akkaataa Salaatul janaazaa 👇🏽

● Salaata Janaazaa Akkamitti Salaanna? By Hakim Hassen

👉 Wanni jechuu qabnu waan asii gadii tana. Taraa Afur Allaahu Akbar jechuu qabna:-

  1. Takbiiraan Duraa. Suuratul Faatihaa qara’uu dha.
  2. Takbiiraan lammafaa. Assalaatul ibraahimiyyaa (Salawaata buusuu dha)

اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ، وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ. وَالأفْضَلُ أنْ يُتَمِّمَهُ بقوله: كَمَا صَلَّيتَ عَلَى إبرَاهِيمَ- إِلَى قَوْله- إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ.

Allaahumma salli alaa Muhammadiin wa’alaa aali Muhammadiin kamaa salleyta alaa Ibraahiima wa’alaa aali Ibraahiim, Wabaarik alaa Muhammadiin wa’alaa aali Muhammadiin kamaa baarakta alaa Ibraahiima wa’alaa aali Ibraahiim fil Aalamina innaka hamiidun majiidi.

  1. Takbiiraan Sadaffaa. Du’aa’ii kadhatuu dha nama du’e saniif. Du’aa’ii sanirraa

((اللَّهُمَّ اغْفِرْ لَهُ وَارْحَمْهُ، وَعَافِهِ وَاعْفُ عَنْهُ، وَأكْرِمْ نُزُلَهُ، وَوَسِّعْ مُدْخَلَهُ، وَاغْسِلْهُ بِالمَاءِ وَالثَّلْجِ وَالبَرَدِ، وَنَقِّه مِن الخَطَايَا كَمَا نَقَّيْتَ الثَّوْبَ الأَبْيَضَ مِنَ الدَّنَس، وَأبدلْهُ دَارًا خَيْرًا مِنْ دَارِهِ، وَأهْلًا خَيرًا مِنْ أهْلِهِ، وَزَوْجًا خَيْرًا مِنْ زَوْجِهِ، وَأدْخِلهُ الجَنَّةَ، وَأعِذْهُ مِنْ عَذَابِ القَبْرِ، وَمنْ عَذَابِ النَّارِ))

((Allaahumma ighfir lahuu warhamhu, wa’aafih wa’afu anhu, waa akrim nuzulahu, wawasii’ mudkhalahu, waghsilhu bil maa’i wathalji wal-barad, wanaqqihu minal khaxaayaa kamaa naqeeyta sowbal abyada minaddanas, wa’abdilhu daaran kheeyran min daarih, wa’ahlan kheeyran min ahlih, wazowjan kheeyran min zowjihii, wa’adkhilhul jannah, wa’aizhu min azaabil qabri wamin azaabinnaar ))

  1. Takbiiraan Afuraffaa dhaa. Garuu ka orma garitti jarjaruu hin qabu. Du’aa’ii birootis godhuu ni dandaha nama du’ee fi Muslimtoota birootifis. San keessaa takka tana:-

((اللَّهُمَّ لا تَحْرِمْنَا أجْرَهُ، وَلا تَفْتِنَّا بَعدَهُ، وَاغْفِرْ لَنَا وَلَهُ))
“Allaahumma laa taahrimnaa ajrahuu walaa tuftinnaa baa’adahuu.”

● Hiikkaan du’aa’ii dhaa
👉 Yaa Rabbi mindoowwan isaa nu hin dhoowwatin, Eega isaatis nun fattanin nuu fi isaafis Araarami. Eegasii salaamtaanii xumura salaata isaa ammas salaamtaa takka qofa jihaa mirgaattin je’a, bitaaniis jechuu ni dandaha. والله أعلم

Namni Sihiriin itti godhamte Dawaa isaa wojjin 👇🏽👇🏽

Namni sihriin itti godhame akkasuma budaan isa nyaatte
Akkamitti qur’aanaan dawaa godhata
1 bishaanitti     faatihaa yeroo 7️⃣  qara’a  
2 suuraa baqaraa awwalarra hanga Aayata 5️⃣ yeroo3️⃣ qara,a

Ammas suurama baqara  Aayata 254 hanga  Aayta 255  yeroo 3️⃣ qara’a

Ammas itti Aansuudhaan  suurama baqaraa  Aayata 284 hanga Aayta 286   yeroo3️⃣qara’a

3  suuraa nuun   Aayata 50 hanga Aayata 51 yeroo 3️⃣ qara’a

4 san booda   suuratul kaafiruun. qul huwallaahu Ahad.   qula’uuzu birabbil falaq.   qul a’uuzu birabbinnaas      yeroo  sadi sadi qara’a    Adada qaraatuun bishaanitti  tufaa qaraata san booda bishaan san hin dhuuyda akkasuma qaamas dhiqatta

Garuu niyyaan kee qul qulluu tahuu qaba qura’anni   rabbii dhibee kamiifuu akka dawaa tahe beekuu qabda

Barnnoota fii Gorsa

قال رسول الله ﷺ «لو كنت آمرا أحدا أن يسجد لأحد لأمرت المرأة أن تسجد لزوجها، ولا تؤدي المرأة حق زوجها حتى لو سألها نفسها على قتتب لأعطته». صححه الألباني
Ergamaan Rabbii s.a.w akkana jedhe:
“osoon kanin nama namaaf sujuuduutti ka ajaju tahe, dubartiin akka abbaa manaa isiitiif sujuuddun ajaja, intalti takka osoo isii kooraa gaalaarra jirtu isii yaamee lubbuu isaa kennuufii qabdi. Osoo akkas gootellee haqa isaa guutte hin jedhamtu.

Waa’ee Dhimma Raamadaanaa Erratti Barnnoota murtteessaa 👇🏽

❒↶Aššãlããmû ãlêykûm❒
❒↶Wãrãhmãtûllããhî❒
❒↶Wãbãrãkããtûhûû❒↶
✍❒↶السَّــ عَلَيْكُمْ ــلاَمُ❒↶
✍ ❒↶وَرَحْمَـةُ اللَّـــہِ ❒↶
✍❒↶وَبَرَكَاتُـہُ❒↶
•┈┈┈┈•🍃🌸✎͜ ✍͜ ✐🌸🍃•┈┈┈┈•
•┈┈┈┈•🍃🌸✎͜ ✍͜ ✐🌸🍃•┈┈┈┈•
📮 بِسْــــمِ اللَّـــہِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيْمِ(﷽)
الصَّــلاَةُ وَالسَّــلاَمُ عَلَى رَسُوْلِ اللَّـــہِ(ﷺ)📮
•┈┈┈┈•🍃🌸✎͜ ✍͜ ✐🌸🍃•┈┈┈┈•
•┈┈┈┈•🍃🌸✎͜ ✍͜ ✐🌸🍃•┈┈┈┈•↓
╔══════ღღ══════╗
||💞♪Šôômãñã /ُالصَّوْم♪🔎||📮
╚══════ღღ══════╝
╔══════ღ😍ღ══════╗
||💞bãřññõõťă Šõõmãã🔎||
╚══════ღ😍ღ══════╝

╔══════ღ😍ღ══════╗
||💞Gûddîñã Šãdãrkãã Šõõmãã🔎||
╚══════ღ😍ღ══════╝
⚘✍من فضائل رمضــــــــــــــان:—
📥🔭Guddina sadarkaa ramadaanaa📥.
⚘✍لشهر رمضان فضائل وخصائص كثيرة منها:
📚✏Baatiin ramadaanaa sadarkaa gurguddoo hedduu qabdi. San keessaa;—↓
¹/⚘✍إنه الشهر الذي نزل فيه القرآن،
وهذا من أعظم فضائل رمضان.
²/⚘✍فيه تفتح أبواب الجنة.
³/⚘✍وتغلق أبواب النار.
⁴/⚘✍وتصفد الشياطين أي: تقيد وتسلسل،
1- inni ji’a qur’aanni isakeessatti buufame tahuu, kun waan jiini kun ittii sadarkaa guddaa argate keessaa kan hangafaati.
2- Isa keessa hulaan jannataa ni banamti.
3-hulaan ibidda jahannam nicufamti.
4- Isa keeysa sheyxaanni nihidhamti,
ويدل على ذلك حديث أبي هريرة رضي الله عنه:
«إذا جاء رمضان فتحت أبواب الجنة، وغلقت أبواب النار، وصفدت الشياطين» [متفق عليــہ].
📚✏kanarratti Abii hureyraan (r.a) nabiin (s.a.w) akkana jedhan jedhe :-
”yeroo ramadaanni dhufe
→hulaaleen jannataa ni babbanamti
→hulaaleen ibidda jahannam ni
cuccufamti,
→sheyxaanonni ni hidhamti.”
Bukaarii fi muslimtu odeesse.
➎⚘✍فيه ليلة القدر, وهي خير من ألف شهر كما قال تعالى: ↓
(((إِنَّا أَنْزَلْنَاهُ فِي لَيْلَةِ الْقَدْر(ِ➊) وَمَا أَدْرَاكَ مَا لَيْلَةُ الْقَدْرِ (➋)
لَيْلَةُ الْقَدْرِ خَيْرٌ مِنْ أَلْفِ شَهْرٍ (➌)تَنَزَّلُ الْمَلَائِكَةُ وَالرُّوحُ فِيهَا بِإِذْنِ رَبِّهِمْ مِنْ كُلِّ أَمْرٍ( ➍)سَلَامٌ هِيَ حَتَّى مَطْلَعِ الْفَجْر(ِ➎)

[سورة القدر].

5- Isa keessa halhan murtiitu jira.
Isheen ji’a kuma tokko irra caalti,
Rabbiin (s.w) akkana jedhe, :–
1/🔭”nuti isa buufne halkan murtii keesatti.
2/🔭maaltu sibeessise halkan murtii maal akka taate?,
3/🔭halkan murtii baatii kuma tokko irra caalti,
4/🔭malaa’ikaalee fi ruuhis ishee keessatti hayyama rabbi isaaniitiin gadi bu’an,
5/🔭isheen nagaya hanga fajriin bahutti (bari’utti)
Suuraa Al-qadrii.
➏⚘✍وقال : «أتاكم شهر رمضان, شهر مبارك، فرض الله عليكم صيامه، تفتح فيه أبواب السماء، وتغلق أبواب الجحيم، وتغل فيه مردة الشياطين، لله فيه ليلة خير من ألف شهر، من حرم خيرها فقد حرم» رواه النسائي
6- Nabiin keenya (s.a.w) akkana jedhan:– ”isiniif dhufe jiini ramadaanaa, ji’a
🔭barakaa heddummaatu,
🔭kan soomana isaa Rabbiin dirqama
isinirratti godhe,
🔭isa keessa hulaan samii banamti,
🔭hulaan jahiim (ibidda azaabaa) ni cufamti,
🔭isa keessatti shiftootiin sheyxaanaa
ni sakaallamti,
🔭isa keessatti halkan baatii kuma caalu
tokko Rbbiif taheeti jira, →namni toltuu
ishee hongaye dhugumaan khasaare”
📚✏📤 Nasaa’iyyiitu odeesse.📤
➐⚘✍حصول المغفرة لمن صامه إيماناً واحتساباً.
❽⚘✍حصول المغفرة لمن قامه إيمانا واحتساباً.
❾⚘✍حصول المغفرة لمن قام ليلة القدر إيماناواحتسابا.
7- nami iimaanaa fii abdii Rabbiitiin soomane araarama argata.
8- namni iimaanaa fii abdii Rabbiitiin dhaabbate (salaate) araarama argata.
9- Namni iimaanaa fii abdii rabbiitiin leylatulqadri dhaabbate (salaate) araarama argata.
📤📚✏ويدل لما سبق حديث أبي هريرة رضي الله عنه
عن النبي قال: «من قام ليلة القدر إيمانا واحتسابا غفر له
ما تقدم من ذنبه، ومن صام رمضان إيمانا واحتسابا غفر له
ما تقدم من ذنبه »
[متفق عليــہ].
وقال :
«من قام رمضان إيمانا واحتسابا غفر له ما تقدم من ذنبه»
[متفق عليــہ].

📚✏Abii hureyraan nabiirraa odeessee akkana jedhan jedhe:—
”namni leylatalqadri imaanaa fi abdiin dhaabbate badiin isaa ta dabarte hundi araarama isaaf godhamti, namni iimaanaa fi abdiin ramadaana soomane badiin isaa ta dabarte hundi araarama isaaf godhamti,
”namni Ramadaana imaanaa fi abdiin dhaabbate badiin isaa ta dabarte hundi araarama isaaf godhamti,
📚✏📥وعن أبي هريرة رضي الله عنه عن النبي قال: «الصلوات الخمس، والجمعة إلى الجمعة، ورمضان إلى رمضان، مكفرات لما بينهن إذا اجتنبت الكبائر»
[متفق عليــہ].
📚✏Abii hureyraan nabirraa odeessee akkana jedhan jedhe
”salaanni shaman tuun hanga taaniitti, jum’aan hanga jum’aatti, Ramadaanni hanga Ramadaanaatti haqxuudha (Balleessarraa araarama namaaf taati)”
10-⚘✍العمرة فيه تعدل حجة مع النبي لقوله :
«عمرة في رمضان تعدل حجة – أو قال – حجة معي»
[أخرجه مسلم].
10- umraan isa kessaa hajji nabiin wajji godhatetti qixxoofti. Nabiin (s.a.w) akkana jedhan
”umraan Ramadaana keessatti taate hajjii naan wajji taatetti qixxaatti”
📚✏muslimtu odeesse📤
11-⚘✍كثرة العتقاء من النار في رمضان:
📚✏📤لحديث أبي أمامة، عن النبي :
«لله عند كل فطر عتقاء»
[رواه أحمد,
📚✏📤وحديث: «إذا كان أول ليلة من شهر رمضان، صفدت الشياطين، ومردة الجن،…وينادي مناد: يا باغي الخير, أقبل، ويا باغي الشر, أقصر، ولله عتقاء من النار، وذلك في كل ليلة »
[رواه الترمذي, وحسنه الألباني].
11- Ibidda jahannamirraa namni bilisoomfamu ramadaana keessa hedduudha.
📚✏Abii umaamaan nabirraa odeessee Akkana jedhan jedhe :-
” yeroo soomana furan hunda warra Rabbiin ibidarraa bilisoomsuutu jiraa”
📚✏Ahmad tu odessee.📤
✏💬Hadiisa biroottii-
”yogguu halkan duraa ramadaanarraa tahe seene sheyxaanotii fi shiftootiin jinnii ni hidhamti,lallabaan ni lallaba
♪yaa katoltuu barbaadu asdeebi’ii itti jabaadhu,
♪yaa ka hamtuu barbaadu ufqabi, Rabbiin warreen ibiddarraa bilisoomsu qaba, sun halkan hunda keessatti.”
📚✏ Tirmiiziyyiitu odeesse.📤
12-⚘✍لكل مسلم في كل يوم من رمضان دعوة مستجابة لقوله
«إن لله تبارك وتعالى عتقاء في كل يوم وليلة – يعني في رمضان – وإن لكل مسلم في كل يوم وليلة دعوة مستجابة»
[رواه البزار, وقال الألباني: صحيح لغيره].
12- muslima hundaaf kadhaa qeebalamtuutu jira guyyaa Ramadaanaa hunda. Nabiin (s.a.w) akkana jedhan ”Halkaniif guyyaa ramadaanaa keessa rabbiin warra ibidda azaabaarraa bilisoomsu qaba. ammas muslima hundaaf kadhaa qeebalamtuu taateetu jira halkaniif guyyaa ramadaanaa keessatti.”
📚✏Bazzaartu odeesse.📤
13-⚘✍إنه غنيمة للمؤمن: فقد قال النبي :
«ما أتى على المسلمين شهر خير لهم من رمضان، ولا أتى على المنافقين شهر شر لهم من رمضان، وذلك لما يعد المؤمنون فيه من القوة للعبادة، وما يعد فيه المنافقون من غفلات الناس وعوراتهم، وهو غنم للمؤمن, ونقمة للفاجر»
[رواه أحمد, وصححه أحمد شاكر].
13- inni boojuu (Badhaasa) mu’iminaati nabiin (s.a.w) akki jedhan
”jiini ramadaanarra isaaniif caalu mu’imintootatti takkaa waa hin dhufne, jiinii ramadaanarra hamaa munaafiqootatti waa hin dhufne, kun akki itti tahuu danda’e mu’iminni ibaadatti jabaataa munaafiqni ibaadarraa laafa, tanaaf milkii mu’imintootaa hoongoo munaafiqootaati”
📚✏Ahmad odeesse.📤

╔══════ღ😍ღ══════╗
||💞Šãdãrkãã Šõõmãã~walii galaatti🔎||
╚══════ღ😍ღ══════╝
💻في فضائل الصيام مطلقاً💻
Sadarkaa soomana akka waliigalaatti
¹-أجر الصيام بغير حساب.
²-الصيام وقاية من مساوئ الأخلاق.
³-يفرح الصائم بصيامه عند فطره, وعند لقاء ربه.
⁴-خلوف فم الصائم أطيب من ريح المسك
①galanni soomanaa lakkoofsaan malettii heddummaatee galfama.
②soomanni haalaa amala hamaa hundarraa nama tiiksa.
③Namni soomanaa yeroo soomana isaa furuu fii guyyaa fuula Rabbii isaa dhaqus soomana isaatiin nigammada.
④ Fooleen afaan nama soomanaa Rabbi biratti hafuura miskiirra urgooyti.
📤📚✏ويدل لما سبق حديث أبي هريرة رضي الله عنه عن النبي قال:
«قال الله عز وجل: كل عمل ابن آدم له إلا الصوم فإنه لي، وأنا أجزي به، والصيام جنة، فإذا كان يوم صوم أحدكم,
فلا يرفث, ولا يصخب، فإن سابه أحد أو قاتله، فليقل:
إني صائم، والذي نفس محمد بيده, لخلوف فم الصائم
أطيب عند الله من ريح المسك. للصائم فرحتان يفرحهما:
إذا أفطر فرح بفطره، وإذا لقي ربه فرح بصومه »
[متفق عليـــہ].
Ragaan waan dabarsine kana,
📚✏Abii hureeyraan Nabiin keenya (s.a.w) akkana jedhan jedhe
”Rabbiin oltahee qulqullaayee akkana jedhe-
“hundi dalagaa ilmaan aadam isumaafi soomana malee inni naafi, anumaatu galata galcha isarratti, soomanni wantaadha, yeroo guyyaan soomana tokkoo keessanii tahe akka hin baalaganne, akka hin wacne, yoo namni tokko isa arrabse yookaan isaan lole ani soomanaadha haa jedhuunii, Isaa (Rabbii) lubbuun Muhammad harka isaa keessa jirtuun kakadhee foolii afaan nama soomanuuttu Rabbi biratti hafuura miskiirra(shittoo)irra urgaawa, nama soomaneef gamachuu lama tan inni ishee gammaduutu isaaf jira, yogguu fure furuu isaatiif gammada, yogguu fuula Rabbii isaa dhaqe soomana isaatiin gammada.”
📚✏Bukarii fi muslimtu odeesse.
📤📚✏أجر الصيام بغير حساب– لقوله صلى الله عليه وسلم «كل عمل ابن آدم يضاعف؛ الحسنة بعشر أمثالها، إلى سبعمائة ضعف، قال الله تعالى:
إلا الصوم فإنه لي، وأنا أجزي به، يدع شهوته وطعامه من أجلي ».
📚✏رواه مسلم
📚✏galanni nama soomanuu lakkoofsaan maletti hedduu tahee galfamaaf.
Nabiin s.a.w.akkana jedhan :–
“Dalagaan ilmaan aadam hundinuu dacha godhamtiif. Toltuun takkaa faakkaattuu ishee kudhanirraa hanga dhibba torbaatti (heddummeffamtiif). (s.w.) akkana jedha:– “soomana malee inni naafi anumaatu isarratti galata galcha, anumaa jecha fedhii isaatii fi nyaata isaa dhiisee soomane waan taheef jecha”
📚✏muslimiitu odeesse.📤
5-للصائمين باب في الجنة لا يدخل منه غيره:
لقوله :
«إن في الجنة بابا يقال له: الريان، يدخل منه الصائمون
يوم القيامة، لا يدخل منه أحد غيرهم، فإذا دخلوا أغلق, فلم يدخل منه أحد»
[متفق عليه].
5-Namoota soomanuuf hulaa jannatarraa taateetu jira, tan isaan malee namni biroo hin seenne.
📚✏Nabiin s.a.w. “Jannata keessa hula takka tan ♡rayyaan♡ jedhamtuutu jira, guyyaa qiyaamaa warra soomanaatu seena, isaan malee nam tokkolleenuu hinseenu,yogguu isaan seenan ni cufamti, tokkolleenuu hin seenu.”
📚✏ Bukharii fi muslim.📤
6-الصيام يشفع لصاحبه مع القرآن يوم القيامة:
لقول النبي :
«الصيام والقرآن يشفعان للعبد يوم القيامة، يقول الصيام: أي رب, منعته الطعام والشهوة، فشفعني فيه، ويقول القرآن: أي رب, منعته النوم بالليل، فشفعني فيه.
قال: فيشفعان»
[رواه أحمد, وصححه الألباني].
6-Soomanaa fii qur’aannii guyyaa
qiyaamaa ni araarsan saahiba isaaniitiif. Nabiin (s.a.w) akkana jedhan
“Soomanaa fii qur’aanni guyyaa qiyaamaa saahiba isaaniitiif ni magantaawan. Soomanni akki jedhu yaa Rabbi nama kana naatu nyaataa fi fedhii lubbuu isaa bahachuu isa dhoowwee na maganteessi isa keessatti.
🔭Qur’aannis akki jedhu :
yaa Rabbi nama kana naatu halkan keessa hirriba isa dhoowwe waan ta’eef
namaa ganteessi isa keessatti,
isaan lachuu nimaganteeffaman jedhe.”
📚✏Ahmaddu odeesse.
7-والصيام وقاية من النار: لقول النبي :
«الصيام جنة، وحصن حصين من النار»
[رواه أحمد بسند حسن, كما قال المنذري].
7-Soomanni ibidda namarraa ittisa.
Nabiin(s.a.w) akkana jedha
“soomanni wanteedha (gaachana), jogola jajjabeeffamaadha ibidarraa ( nama ittisa)”
📚✏ Ahmad odeesse.📤
8-والصيام باب عظيم من أبوب الخير:
لقوله لمعاذ رضي الله عنه: «ألا أدلك على أبواب الخير»
قال: بلى يا رسول الله. قال:
«الصوم جنة، والصدقة تطفئ الخطيئة, كما يطفئ الماء النار»
[رواه الترمذي].
8-Soomanni hula toltuu guddoodha. Nabiin s.a.w. mu’aaziin akkana jedhe
“mee hulaalee toltuutti siqajeelchuu?” eeyyeen naqajeelchaa yaa ergamaa Rabbii jennaan ”Soomanni wantaadha, sadaqaan akka bishaan ibidda dhaamsutti dilii dhaamsiti” jedheen.
📚✏Tirmiziitu odesse.📤
9-والصوم لا مثل له في العبادات:
فقد قال النبي لأبي أمامة:
«عليك بالصوم؛ فإنه لا مثل له»
[رواه ابن حبان, وصححه الألباني].
9-Soomanni hiriyaa hin qabu ibaadaa keessaa.Nabiin (s.a.w) abbaa umaamaatiin akkana jedhe
”soomanatti jabaadhu inni fakkaataa hinqabu” jedheen.

✏📚ibnu hibbaantu baase.📤
10-وكلما أكثر المرء من الصيام كلما باعد الله بينه وبين النار.. لقوله :
«ما من عبد يصوم يوماً في سبيل الله إلا باعد الله بذلك اليوم وجهه عن النار سبعين خريفاً»
[متفق عليـــہ].
10-Hanguma namni soomana heddummeesse Rabbiin ibidda azaabaarraa isa fageessa.nabiin (s.a.w) akki jedhe: —
“kama tahee haa tahu gabrichi Rabbii gabrichummaan rabbi tokko karaa Rabbii keessatti guyyaa tokko soomanee- sababaa guyyaa saniitiin fuula isaa ibiddarraa ganna torbaatam fageessu malee Rabbiin kadhiisu waa hintaane.”
📚✏Bukhaarii fi muslimiitu gabaase.📤
Yaa Rabbi nuun gahi!
╔══════ღ😍ღ══════╗
||💞📤Aamiin Yaa Allaah📤🔎||
╚══════ღ😍ღ══════╝
آميـــــــــــــــــــــــن
🍃🌹🍃🌹🍃🌹🍃🌹🍃🌹
──────────██───
─────────█▒▒█──
─────────█▒▒█──
─────────█▒▒█──
──────██▒█▒▒█──
────██▒▒██▒▒█──
──██▒▒█▒█████──
─█▒▒█▒▒█▒▒▒▒▒█─
█▒█▒▒█▒▒███▒▒▒█
─█▒█▒▒█▒▒█▒█▒▒█
─█▒█▒▒███▒▒▒▒█─
──█▒██▒▒▒▒▒▒█──
───█▒▒▒▒▒▒▒█───
────█▒▒▒▒▒▒█───
❒انشـــⓢⓗⓐⓡⓔــــر❒
❒Godhaa❒
❒الأورومي❒
❒❒❒❒❒❒❒❒ ❒❒❒❒❒❒❒❒