Namni Sihiriin itti godhamte Dawaa isaa wojjin 👇🏽👇🏽

Namni sihriin itti godhame akkasuma budaan isa nyaatte
Akkamitti qur’aanaan dawaa godhata
1 bishaanitti     faatihaa yeroo 7️⃣  qara’a  
2 suuraa baqaraa awwalarra hanga Aayata 5️⃣ yeroo3️⃣ qara,a

Ammas suurama baqara  Aayata 254 hanga  Aayta 255  yeroo 3️⃣ qara’a

Ammas itti Aansuudhaan  suurama baqaraa  Aayata 284 hanga Aayta 286   yeroo3️⃣qara’a

3  suuraa nuun   Aayata 50 hanga Aayata 51 yeroo 3️⃣ qara’a

4 san booda   suuratul kaafiruun. qul huwallaahu Ahad.   qula’uuzu birabbil falaq.   qul a’uuzu birabbinnaas      yeroo  sadi sadi qara’a    Adada qaraatuun bishaanitti  tufaa qaraata san booda bishaan san hin dhuuyda akkasuma qaamas dhiqatta

Garuu niyyaan kee qul qulluu tahuu qaba qura’anni   rabbii dhibee kamiifuu akka dawaa tahe beekuu qabda

Leave a Comment