
قال رسول الله ﷺ «لو كنت آمرا أحدا أن يسجد لأحد لأمرت المرأة أن تسجد لزوجها، ولا تؤدي المرأة حق زوجها حتى لو سألها نفسها على قتتب لأعطته». صححه الألباني
Ergamaan Rabbii s.a.w akkana jedhe:
“osoon kanin nama namaaf sujuuduutti ka ajaju tahe, dubartiin akka abbaa manaa isiitiif sujuuddun ajaja, intalti takka osoo isii kooraa gaalaarra jirtu isii yaamee lubbuu isaa kennuufii qabdi. Osoo akkas gootellee haqa isaa guutte hin jedhamtu.